"Almuntaqaa Kuusaa Hadiisa Nabiyyii ﷺ" (afaan oromoo)

Rabbiin ol ta'e dhugumatti laaffisee kuusaa kana keessatti hadiisoowwan muslimni diini fi duniyaa isaa keessatti haalaan itti haajamu filanii walitti qabuun, ibsa gabaabaa itti godhuun, qajeelfamaa fi hiika isii ibsuu fi faaydaalee isii muraasa ibsuun wajji, kitaaba akka armaan gaditti waamamu kana keessatti baateerti:"Almuntaqaa Kuusaa Hadiisa Nabiyyii ﷺ".alagaan Afaanoowwan addunyaa bebbeekamotti hiikuu itti fufee jira. Akka faaydaan isaa hunda wal-gayuufii sunnaa Ergamaa Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ilma namaa hundatti afaan isaaniitiin geessuuf jecha.

  • earth Language
    (afaan oromoo)
  • earth Preparation:

Other translations 54

(المنتقى من موسوعة الأحاديث النبوية)

No FULL Description